Ityoophiyaa fi Sudaan waldhabdee naannoo daangaatti uumame akka furan Komishiniin Gamtaa Afrikaa fi…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan waldhabdee naannoo daangaatti uumame akka furan Komishiniin Gamtaa Afrikaa fi Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa gaafataniiru.…