Hoggansi hawaasa hintajaajilu taanaan teessoo qofa irra taa’uun hindanda’amu – Caffee…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Hooggansi sadarkaa hundatti qixa barbaadameen hawaasa isa filateef tajaajila barbaachisu kennuu hin danda'u taanaan teessoo qofa irra taa'uun akka…