Dhaabbilee barnootaa olaanoo qajeelfama darban 106 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Dhaabbilee barnootaa olaanoo qajeelfama cimaa darban 24 fi qajeelfama salphaa darban 82 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa…