Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Bulee Horaa baraattoota haaraa kuma 3 fi 200 simate Sifen Megersa May 11, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) –Yuunvarsiitiin Bulee Horaa baraattoota haaraa yuunivarsiitichatti ramadaman kuma 3 fi 200 simateera. Barattoonni gara yuunvarsitichaa…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Caamsaa 25, 2014 gulaallii Waancaa Afrikaa bara 2023f… Sifen Megersa May 11, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Caamsaa 25,2014 Maalaawwii waliin,Caamsaa 29, 2014 ammoo Ijipti waliin gulaallii Waancaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa GAONFtti bara kana Biqiltuun miiliyoonni 98 ol dhaabbiif qophaa’uu ibsame Sifen Megersa May 11, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinneetti Ashaaraa Magariisaa baranaatiif biqiltuun akaakuuwwan garaagaraa miiliyoonni 98 ol dhaabbiif qophaa'uu…
Idil Addunyaa Yuun Suuk Yool Preezdaantii haara Kooriyaa Kibbaa ta’uun kakuu raawwatan Sifen Megersa May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Yuun Suuk Yool Preezdaantii haara Kooriyaa Kibbaa ta’uun Mana Maree Biyyaalesaa magaalaa Sii’uulitti argamutti kakuu raawwataniiru. Preezdaantichi…
Oduu biyya keessaa Biirichi Konkolaachiftoota tajaajila geejjibaa ummataaf sirnaan hin laannerratti tarkaanfii kan… Sifen Megersa May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Biiroon Geejjibaa magaalaa Finfinnee sirreeffama gatii boba’aan walqabatee konkolaattootaa fi Konkolaachiftoota tajaajila geejjibaa ummataaf…
Ispoortii Atleet Tsahaay Gammachuu fiigicha walakkaa maaraatoonii Liizban injifatte Sifen Megersa May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Atleet Tsahaay Gammachuu fiigicha walakkaa maaraatoonii Liizban yeroo 2ffaaf injifatteerti. Atleet Tsahaay Gammachuu fageenyicha…
Oduu biyya keessaa Duula naannoo Somaaleetti gaggeeffameen meeshaaleen waraanaa Alshabaab awwaale hedduun to’atame Sifen Megersa May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Duula Humni Addaa fi qaamoleen tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa waloon naannoo Somaaleetti taasiisaniin meeshaaleen waraanaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa Badhaate Dhaloota dhaalchisuuf lammiileen biyyattii hundi tumsuu akka qaban waamichi… Sifen Megersa May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa Badhaate Dhaloota dhaalchisuuf lammiileen biyyattii hundi tumsuu akka qaban Manni Maree Diinagdee Maakroo Biyyaalessaa waamicha…
Oduu biyya keessaa Diinagdeen Ityoophiyaa % 6.6 guddachuu akka danda’u raawwiin Diinagdee Maakroo baatiwwan salgan… Sifen Megersa May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Diinagdeen Ityoophiyaa rakkoolee hedduu dandamachuun % 6.6 guddachuu akka danda’u raawwiin Diinagdee Maakroo baatiwwan salgan darbanii…
Oduu biyya keessaa Adeemsa jijjiiramaa keessatti waldhabdeewwan Ityoophiyaa keessa jiran marii biyyaaleessaan xumura… Sifen Megersa May 10, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) – Adeemsa jijjiiramaa keessatti waldhabdeewwan Ityoophiyaa keessa jiran marii biyyaaleessaan xumura akka argatu amantaa cimaan qaba jedhan Hogganaa…