Author
Sifen Megersa 15767 posts
Mana barumsaa Bultii Addaa waldaa Misooma Oromiyaa damee Bishooftuuf deeggarsi taasifame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Dameewwan Waldaa Misooma Oromiyaa Godina Arsii fi Shawaa Kibbaa Lixaa Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa damee Bishooftuuf deeggarsa…
Ogeeyyii damee suphaa daandii 19 irraa walitti babba’aniif leenjiin kenname
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Moosaajii sirna qabeenya bulchiinsa daandiirratti ogeeyyii damee suphaa daandii 19 irraa walitti babba’aniif leenjiin kennameera.
Biiroo…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Har’a barii eegalee balalliiwwan 3 taasiifameen…
Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba’u murteesse
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba'u murteesse.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Manni Maree…
Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba’u murteesse
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba'u murteesse.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Manni Maree…
Lammiilee mana hidhaa Jiddaa fi naannawaashee jiran deebisuun har’a eegale
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa mana hidhaa fi buufata turtii Jiddaa fi naannawaashee jiran gara biyyaatti deebisuun har’a eegaleera.…
Kaabineen naannoo Somaalee lammiilee hongeen miidhamaniif kan oolu baajataa dabalataa Birrii…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Somaalee lammiilee hongeen miidhamaniif kan oolu baajataa dabalataa Birrii miiliyoona 70 raggaasiisuu Hogganaan Biiroo…
Waldaan Kiristiyaanaa Beetel Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee waliin ta’uun lammiilee hongeen…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Waldaan Kiristiyaaaanaa Beetel Afaan Oromoo Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee waliin ta'uun lammiilee Godina Baalee Bahaa sababa hongeen miidhamaniif…
Konkolaattoonni deeggaarsa namoomaa fe’an 21 guyyaa har’aa karaa Afaariin gara Naannoo Tigraayitti…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Konkolaattoonni gurguddoon deeggaarsa namoomaa fe’an 21 guyyaa har’aa karaa Afaariin gara Naannoo Tigraayitti imaluu eegaluu Tajaajilli…