Addi Bilisummaa Oromoo boqachuu Jaal Galaasaa Dilboof gadda itti dhaga’ame ibse
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Addi Bilisummaa Oromoo boqachuu Hayyuu Duree Duraanii dhaabichaa jaal Galaasaa Dilboo Ilaalchisee Ibsa Gaddaa baaseera.
Qabsoo Bilisummaa Oromoo…