Jilli Aadde Sa’aadaa Abdurahamaaniin durfamu Godina Booraanaatti hawaasa hongeen miidhame…
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Jilli Af-Yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahamaaniin durfamu Godina Booranaatti hawaasa horsiisee bulaa hongeen miidhaman…