Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Qormaanni kutaa 12ffaa laatamaa ture xumurame Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) –Qorumsi biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 yeroo kennametti sababa nageenyyaan booddeetti hafuun Amajjii 24 -27, 2014 laatamaa ture xumurame.…
Idil Addunyaa Ministiroonni Alaa Chaayinaa fi Raashiyaa Beejiingitti mari’atan Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) –Ministirri Alaa Chaayinaa Waang Zhiin gita isaanii Raashiyaa Sargeey Laavroov waliin Beejiingitti dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti…
Oduu biyya keessaa Kaameeruun Waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate Sifen Megersa Feb 4, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Tapha moo'anii darbuu walakkaa xumuraa halkan kana Kaameeruunii fi Ijipti gidduutti gaggeeffameen Ijipti rukkuttaa bilisaan injifachuun tapha Waancaaf…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf galgala kana Finfinnee galaniiru. Yaa'iin hoggantoota…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Kootdivaayeer Alaasaan Ootaaraan Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Kootdivaayeer Alaasaan Ootaaraan Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf galgala kana Finfinnee galaniiru. Yaa'iin…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaariin Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf galgala kana Finfinnee galaniiru. Yaa'iin…
Oduu biyya keessaa Itti aanaan Preezdaantii Gaambiyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Itti aanaan Preezdaantii Gaambiyaa Isaatuu Tooraay Yaa'ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Jilli Itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Kaadhimamtoota Komishinarummaaf eeraman 42 irratti boru yaadni ummataa ni laatama Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Kaadhimamtoota Komishinarootaa Maree biyyaalessaa akka hogganan maloota garaagaraan eeraman 42 irratti boru yaadni ummataa ni laatama jedhame. Boru…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii hoggantooa Gamtaa Afrikaa gabaasuuf hanga ammaatti Gaazexeessitoonni biyyoota alaa 340… Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Yaa'ii hoggantooa Gamtaa Afrikaa gabaasuuf hanga ammaatti Gaazexeessitoonni biyyoota alaa 340 Finfinnee galuu ibsameera. Weerara Covid-19 booda yeroo…
Oduu biyya keessaa Aanaalee 48f deeggarsi yeroo hatattamaa ergamuu eegale- Biiroo Hoggansa Sodaa Balaa naannoo Somaalee Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) - Aanaalee 48f deeggarsi yeroo hatattamaa ergamuu eegaluu Biiroon Hoggansa Sodaa Balaa naannoo Somaalee beeksiise. Lammiilee kuma dhibba 1 fi kuma 98f…