Ispoortii Seeneegaal tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaaf dabarte Sifen Megersa Feb 3, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) - Tapha moo'anii darbuu walakkaa xumuraa halkan kana Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal goolii 3 fi 1n injifachuun tapha…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasee Caafoon Af Yaa’ii Mana Maree Ce’umsaa Sudaan Kibbaa Jeemaa Nuunnuu Kumbaa… Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) - Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoon Af Yaa'ii Mana Maree Ce'umsaa Sudaan Kibbaa Jeemaa Nuunnuu Kumbaa waliin mari'ataniiru.…
Ispoortii Taphni walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti ni gaggeeffama Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Taphni moo'anii darbuu walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffamu xiyyeefffannoo argateera.…
Oduu biyya keessaa Boordichi sanada qajeelfama mariin Paartilee gidduutti taasiifamu itti durfamu raggaasiise Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Sanadni Qajeelfama marii paartilee siyaasaa, Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Paartileen siyaasaa bara 2011 raggaasiisanii turan…
Oduu biyya keessaa Afrikaa Badhaate arguuf walitti bu’iinsa ardichatti uumaman maksuun barbaachisaadha – Veeraa… Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Afrikaa Badhaate arguuf walitti bu’iinsa ardichatti uumaman maksuun barbaachisaa ta’uu Itti aantuu Barreessituu olaantuun Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Iddooleen dhaabbilee fi Imbaasiwwan Afrikaaf laataman saffisaan gara ijaarsatti akka galan deeggarsi… Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Iddooleen dhaabbilee fi Imbaasiwwan Afrikaaf laataman saffisaan gara ijaarsatti akka galan Ityoophiyaan deeggarsa barbaachisu kan taasiiftu…
Biiznasii Dhiyeessaa fi Raabsa boba’aarratti rakkoon tokkooyyuu kan hin jirre ta’uu ibsame Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Dhiyeessaa fi Raabsa boba’aarratti hanqinni tokkooyyuu kan hin jirre ta’uu Dhaabbanni Dhiyeessa Boba’aa Ityoophiyaa beeksiise. Olola…
Oduu biyya keessaa Naannoon Amaaraa naannoo Somaaleetti iddoolee hongeen miidhamaniif deeggarsa nyaata horii taasise Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Naannoon Amaaraa naannoo Somaaleetti iddoolee hongee miidhamaniif deeggarsa nyaata horii taasiiseera. Hongee naannicha muudate dandamachuuf…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu magaalaa Adaamaatti barattoota mana barnootaa Bu’ura Boruu… Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimaalis Abdiisaan durfamu magaalaa Adaamaatti barattoota mana barnootaa bu'ura Boruu Caffee fi Mana…
Oduu biyya keessaa Rakkoo nageenyaa kallattii garaagaraan Afrikaa mudataa jiru furuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamuu… Sifen Megersa Feb 2, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Rakkoo nageenyaa kallattii garaagaraan Afrikaa mudataa jiru hiikuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamuu akka qabu Komishinarri Komishinii Gamtaa…