Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Ambaasaaddara Niijer gaggeessan Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Niijer gaggeessaniiru. Niijer waggoottaan lamaan darban Mana Maree Nageenyaa…
Idil Addunyaa Ministirri Alaa Chaayinaa imala Bara haaraa isaaniin biyyoota afrikaa daawwatu Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa imala Bara haaraa isaaniin biyyoota Afrikaa kan daawwatan ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Magaalaa Finfinnee injifannoo duula birmadummaa fi rakkoolee waraana boodarratti… Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Magaalaa Finfinnee injifannoo duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf gaggeeffameen argamee fi rakkoolee waraana booda muudachuu danda’u haala…
Biiznasii Warshaan Zayitaa Avookaadoo 2ffaan hojii eegale Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Warshaan Zayitaa Avookaadoo 2ffaan hojii eegaluu ibsameera. Warshaan Zayitaa Avookaataa Birrii miiliyoona 104 Paarkii Indaastirii qindeessaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Beenishaanguul Gumuzii fi Bulchiinsi Biluu Naayil waliin hojjechuuf waliigaltee… Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuzii fi Sudaanitti Bulchiinsi Biluu Naayil hariiroo kana dura ture caalmaatti cimsuu dhimmoota dandeessisanirratti waliin…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti daayreektara dhimmoota Afrikaa… Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti daayreektara olaanaa dhimmoota…
Idil Addunyaa Ameerikaan sababa weerara vaayrasii koroonaan biyyoota Afrikaa garaagaraarra dhorkaa imalaa keesse Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Guyyaan lakkoofsi namoota Covid -19 du'anii hedduun keessatti galmaa’aa kan jiru Ameerikaan biyyoota Afrikaa garaagaraarra dhorkaa imalaa…
Oduu biyya keessaa Diyaaspoorawwan gurmaa’uun dhimma biyyaa qabatee akka socho’u taasiisuun danda’ame –… Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Diyaaspoorawwan gurmaa’uun dhimma biyyaa qabatee akka socho’u taasiisuun danda’amuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiiseera. Dubbii Himaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Magaalonni Koonii fi Wagal Xeenaan tajaajila humna elektirikaa argatan Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) - Magaaloonni Kooniifi Wagal Xeenaan tajaajila humna elektirikaa adda citee ture deebisaani argataniiru. Tajaajilli Elektirkaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessitootaa dhaabbilee Fayyaa kuma 2 fi 921 barbadeessan -Ministeera Fayyaa Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessitootaa ABUT fi Shaneen dhaabbilee Fayyaa kuma 2 fi 921 barbadeessuu Ministeerri Fayyaa beeksiise. Gareen…