Magaalaa Sabbataatti Gamoon ijaarramaa jiru kufuun lubbuu namootaa galaafate
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Sabbataa Ganda 02 Alamganaa Iddooo Bashannanaa Yooyyoo jedhamu fuulduratti Gamoon ijaarsarra jiru kufuun lubbuu namootaa galaafachuu…