Magaalichatti Gibira Manaarraa galiin Birriin biiliyoonni 6 ol walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan saglan darban Gibira Manaarraa galiin Birriin biiliyoonni 6 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksise.…