Baatiwwan kurnan darban Daldala Alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 772 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Daldala Alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 772 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise.…