Fayyaa Qabiyyee fi Faayidaa Killee Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Killeen nyaata qabiyyee nyaataa hedduu of keessaa qabuu fi baayyee fayyaaf gaarii ta’an keessaa isa tokkoodha. Qabiyyee Killeen…
Ispoortii Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan har’aa eegaluun taphatamu Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan tapha har’a Niwuukaastiil Tootenhaam waliin taasiisuun eegalama. Har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroot 4ffaan har’a haala hoo’aa ta’een xumurama Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan har’a bifa hoo’aa ta’een xumurama. Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Lammiilee Itiyoophiyaa Siwiizarlaand jiraatan waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen lammiilee Itiyoophiyaa Siwiizarlandii jiraatan waliin mari’ataniiru. Pireezidaant Saahilawarq Fooramii tumsa…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan boru xumurama Tsehay Guluma Apr 12, 2024 0 Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan boru xumurama. Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16 gidduutti gaggeeffamaa kan…
Fayyaa Jilli Dooktar Maqdaasiin durfamu Maqaleetti Hoospitaalaa Ayidarii daawwate Tsehay Guluma Apr 12, 2024 0 Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) - Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdaas Dhaabaa fi Qoondaltoota olaanoo Mootummaan durfamu Maqaleetti Hoospitalaa Rifeeraalaa Ayideer fi Warshaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Wallagga Bahaatti hojiilee misoomaa daawwate Tsehay Guluma Apr 11, 2024 0 Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Wallagga Bahaatti hojiilee misoomaa…
Oduu biyya keessaa Ayyanaa Iid Alfaxiiri qindoominaa fi waltumsuun kabajachuu qaban-Obbo Aragga Kabbadaa Tsehay Guluma Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Ayyanaa Iid Alfaxiir wayita kabajnu tola waliif ooluun, nageenyaa fi tokkumaa qindoominni fi tumsi cimsuun ta’uu qaba jedhan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 304’tti tilmaamaman to’ataman Tsehay Guluma Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 304’tti tilmaamaman to’atamuu Koomishiniin Gumurukaa beeksise. Koomiishinichi hordoffii Bitootessa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantonni Naannolee Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun ergaa hawwii gaarii dabarsan Tsehay Guluma Apr 9, 2024 0 Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantonni naannolee biyyattii garaagaraa Ayyaanaa Iid Alfaxiir kan bara Hijraa 1445’ffaa sababeeffachuun ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.…