Aadde Adaanech Ayyaana Iid Alfaxir ilaalchisuun ergaa hawwii gaarii dabarsan
Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1445ffaaf ilaachisuun ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.…