Waajabila Faanaa Maanguddoo umrii waggaa 90 Maqaa Meesii yaamuun ugguramuurraa oolaan Tsehay Guluma Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Maanguddoon umrii waggaa 90 Maqaa Liyooneel Meesii yaamuun Hamaasiin ugguramuurraa ooluun isaanii ijoo dubbii ta’eera. Bara…
Oduu biyya keessaa Bidiruun Xaanaanesh jedhamtu gara Itiyoophiyaatti imala eegalte Tsehay Guluma Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa biyya keessatti tajaajila akka kennitu kan bite Bidiruun Xaanaanesh jedhamtu gara…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan tumsa Dippiloomaasii Damee Inarjii fi Aveeshiniirratti xiyyeeffannoon hojjetaa jirti-… Tsehay Guluma Mar 7, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan tumsa Dippiloomaasii Damee Inarjii fi Aveeshiniirratti xiyyeeffannoon hojjetaa jiraachuu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Dooktar…
Idil Addunyaa Rakkoon weerartoonni ofitti fidaa jiraan hanga yaadamu ol balaa ta’uu mala –Vilaadmiir Putiin Tsehay Guluma Mar 7, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2016 (FBC) – Raashiyaan birmadummaan daangaa ishee yoo sarbame malee Niwukilarii kan hin fayyadamne ta’uu beeksifte. Yaaliin Raashiyaa to’achuuf taasiifame hundi…
Oduu biyya keessaa Waldaan Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa fi Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa waliigaltee Birrii… Tsehay Guluma Mar 5, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Waldaan Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa Koree Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa waliin waliigaltee Birrii miiliyoona 200 mallatteessuu…
Oduu biyya keessaa Raawwiin hojii karoora Ce’umsa Qonnaa waggoottaan arfan darbanii gamaaggamame Tsehay Guluma Mar 5, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Raawwii Hojii Karoora Ce’umsa Qonnaa Oromiyaa kan waggoottaan arfan darbanirratti qooda fudhatoota waliin mariin gaggeeffameera. karoora hojii qonnaa…
Oduu biyya keessaa Hooggantoonnii fi ogeeyyiin sadarkaan jiran kenna tajaajilaafi itti quufinsa uummataa mirkaneessuuf… Tsehay Guluma Mar 5, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Hooggantoonnii fi ogeeyyiin sadarkaan jiran kenna tajaajilaafi itti quufinsa uummataa mirkaneessuuf hojjechuu akka qaban Pireezidaantii Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Dhalattoonni Oromoo Emireetoota Araba Gamtoomanii keessa jiraatan Kitaabilee kuma 20 Biiroo Barnoota… Tsehay Guluma Mar 5, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Diyaaspooraawwan Dhalattoota Oromoo Emireetoota Araba Gamtoomanii keessa jiraatan Kitaabilee gosa gara garaa kuma 20 Biiroo Barnoota Oromiyaaf…
Ispoortii Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa mana keessaa Addunyaarratti hirmaate Finfinnee gale Tsehay Guluma Mar 5, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Fiigicha Shaampiyoonaa mana keessaa Addunyaa19ffaarratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeesse Finfinnee galeera. Jilli…
Fayyaa Waggoottan shanaan darban shamaarran miiliyoonni 2.4 Talaallii Kaansarii Fiixee Balbala Gadameessaa… Tsehay Guluma Mar 5, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Waggoottan shanaan darban shamaarran miiliyoonni 2.4 Talaallii Kaansarii Fiixee Balbala Gadameessaa fudhachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.…