Oduu biyya keessaa Magaalaa Hoolataatti Hiriirri deeggarsaa gaggeeffame Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) –Magaalaa Hoolataatti Hiriirri deeggarsaa mata duree ''Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina'' jedhuun gaggeeffameera.…
Uncategorized Hiriirri deeggarsaa guyyaa injifannoo Bitooteessa 24 magaalaa Ambootti gaggeeffame Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Hiriirri deeggarsaa Godina Shawaa Lixaa Magaalaa Ambootti mata duree ''Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina'' jedhuun gaggeeffame.…
Oduu biyya keessaa Tsehay Guluma Apr 2, 2024 0 Hiriirri deeggarsaa guyyaa injifannoo Bitooteessa 24 magaalaa Jimmaa fi Aggaarootti gaggeeffamaa jira Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Hiriirri deeggarsaa Magaalaa Jimmaa fi…
Oduu biyya keessaa Qonna Arfaasaa bara kanaan callaa kuntaala miiliyoona 81.852 ol argachuuf karoorfamee hojjetamaa… Tsehay Guluma Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Qonna Arfaasaa bara kanaan lafa hektaara miiliyoona 3.1 ol misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 81.852 ol argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaa,Walisoo fi Shaggaritti Injifannoo Bitooteessa 24 sababeefachuun marii Paanaalii… Tsehay Guluma Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Adaamaa, Walisoo fi Shaggaritti Injifannoo Bitooteessa 24 sababeefachuun mariin Paanaalii mata duree ‘Injifannoo Arganne Tikfachaa kan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ruwaandaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ruwaandaa Jeen Chaarlis Kaaraabaa waliin…
Oduu biyya keessaa Waadaa Keenya Nihaaromsina; Injifannoo Caalmaa Nigalmeessina! – Pir. Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Waadaa Keenya Nihaaromsina; Injifannoo Caalmaa Nigalmeessina! Jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Oduu biyya keessaa Paartichi Mul’ata Itiyoophiyaa Fakkeenya Badhaadhina Afrikaa taasiisuuf qabateen Injifannoo… Tsehay Guluma Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa mul'ata Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhina Afrikaa taasiisuuf qabateen injifannoo irraa injifannootti ce'aa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa Naannawaa Arba Miincitti mudateen lubbuun namoota 3 darbe Tsehay Guluma Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)-Godina Gamoo Naannawaa Arbaa Miincitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbu Poolisiin Godinicha ibse. Balichaan konkolachisaa…
Oduu biyya keessaa Guutuu biyyattiitti Humni Elektirikaa addaan cituun ibsame Tsehay Guluma Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Guutuu biyyattiitti Humni Elektirikaa addaan cituun Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise. Har’aa sa’aatii 9:46 irraa eegalee naannawaa…