Dhaabbilee Kaappitaala Birrii biiliyoona 3 ol galmeessisaaniif heyyamni oomisha albuudaa kenname
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC) – Dhaabbilee Kaappitaala Birrii biiliyoona 3 ol galmeessisaan 4’f heyyamni oomisha albuudaa kennamu Ministeerri Albuudaa beeksise.…