Ispoortii Liiverpuul vs PSG… Tsehay Guluma Apr 14, 2026 0 Finfinnee, Eebla 6, 2018(FMC) – Taphoota nuusa xumuraa shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni deebii lama ni taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee taphni Liiverpuul PSG…
Ispoortii Har”a morkiin Arsenaal Boornimaawuuz waliin taasisu akkaan eegama Tsehay Guluma Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 32ffaan morkiin Arsenaal Boornimaawuuz akkasuma Cheelsiin Maanchiister Siitii waliin taasisan akkaan eegama. Har'a…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa Hordoftoota Amantaa Kiristaanaaf erga baga geessanii… Tsehay Guluma Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018 (FMC)- Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa hordoftoota amantaa Kiristaana maraaf ergaa baga geessanni dabarseera. Dhaabbatichi ergaa dabarseen, hordoftoota…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ayyaana Du’aa ka’uu Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Yaadannoo Du’aa ka’uu Iyyeesuus Kiristoos sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Kantibaa Adaanech Abeebeen kutaalee hawaasaa harka qalleeyyiif mana jireenyaa dabarsan Tsehay Guluma Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun kutaalee hawaasaa harka qalleeyyiif mana jireenyaa dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizzimi waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 11, 2026 0 Finfinnee, Ebla 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizzimii Dooktar Joorji Iloombiin waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Oduu biyya keessaa Hojmaata Kaadasteraa Bulchiinsa Lafaa Ammayyeessuu keessatti… Tsehay Guluma Apr 9, 2026 0 Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC) - Biiroon Lafa Oromiyaa lafti karaa qinda’aa fi sirnaawaa ta’een hogganamuun misooma yaadameef akka ooluuf xiyyeeffannoon hojjechaan jira jedhe. Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Maaddii qoodan Tsehay Guluma Apr 9, 2026 0 Finfinnee, Ebla 1, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun Maaddii qoodaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy ayyaana Faasikaa…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Tiraampi Iraan waliigalteerra yoo hin geenye qaroominni ishee guutuun har’a halkan… Tsehay Guluma Apr 7, 2026 0 Finfinnee, Bitooteessa 29, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi Iraan waliigalteerra yoo hin geenye qaroominni ishee guutuun akka deebi’anitti barbada’a jedhan. Iraan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Magaalaa Giinciitti Waraqaa Galmee Filannoo fudhatan Tsehay Guluma Apr 7, 2026 0 Finfinnee, Bitooteessa 29, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Magaalaa Giincii, Buufata Filannoo Dandii 2ffaatti argamuun waraqaa galmee filannoo…