Oduu biyya keessaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan Tsehay Guluma Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galaniiru. Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daawwanna hojii guyyaa tokkoof Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Dhaabbiileen Federaalaa yeroo gara yerootti jijjiiramaa dhufan- Obbo Adam Faaraah Tsehay Guluma Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…
Oduu biyya keessaa Hojii Raawwachiisaa Itti aanaan EBC Abdurrahmaan Ruubee du’aan boqotan Tsehay Guluma Dec 23, 2025 0 Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)_ Hojii Raawwachiisaa itti aanaan Korpooreeshinii Biroodkaasti Itiyoophiyaa (EBC) ta'uun tajaajilaa kan turan Obbo Abdurrahmaan Ruubee du'aan Addunyaa kanarraa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti namoonni miiliyoonni 55 fayyadamoo Teeleebirrii ta’an – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Dec 22, 2025 0 Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti namoonni miiliyoonni 55 fayyadamoo Teeleebirrii ta’aniiru jedhan. Kanneen keessaa namoonni…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Shaggar qonna Qamadii bonaan lafa heektaara kuma 42 ol misoomsuufi. Tsehay Guluma Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Magaalaa Shagaritti Qonna Qamadii Boneen lafa heektaara Kuma 42 fi 600 ol misoomsuuf hojjetamaa jira. Facaasaan qamadii bonee Magaalaa Shaggar kutaa…
Idil Addunyaa Ameerikaan garee IS Sooriyaatti argamurratti haleellaa cimaa raawwatte Tsehay Guluma Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Waraanni Ameerikaa garee shoroorkeessaa IS sooriyaatti argamu irratti haleellaa cimaa raawwatte. Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, haleellaan…
Oduu biyya keessaa Misooma Koriidarii aadaa hojii Jijjiire… Tsehay Guluma Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Hojiin Misooma koriidarii sadarkaa jiruu fi jireenyaa fooyyeessuun aadaa hojii jijjiiruun ibsame. Tumsi Magaaloota Itiyoophiyaa waltajjii marii misooma…
Teeknooloojii Naannoo Somaaleetti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegale Tsehay Guluma Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob guyyaa har’aa eebbifamuun hojii eegaleera. Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob…
Oduu biyya keessaa Miidiyaa fi Kominikeeshiniin beekumsaa fi hubannoon hogganamuu qaba- Obbo Hayiluu Addunyaa Tsehay Guluma Dec 20, 2025 0 Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Hoggansi hojii Miidiyaa fi Kominikeeshinii beekumsaa fi hubannoon masakamee bifa tarsiima’aa ta’een hogganuu qaba jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Jibuutiin geejjiba oomishaalee galii fi alergii caalmaatti saffisisuuf… Tsehay Guluma Dec 18, 2025 0 Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Jibuutiin geejjiba oomishaalee galii fi alergii caalmaatti saffisisuuf tumsa hundaleessaa cimsanii itti fufsiisuuf murannoo qaban…