Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa simatan Tsehay Guluma Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yiin simataniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa — Pilaanii Muummee Haaraan Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Pilaanii Muummee Haaraa Magaaloota Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa ilaalchisuun ibsi baasan akka itti aanuutti…
Oduu biyya keessaa Baankiin Awaash Ayyaana Qillee Sababeeffachuun harka qalleeyyiif deegarsa taasise Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Baankiin Awaash Ayyaana Qillee bara 2018 Sababeeffachuun harka qalleeyyii kuma 5 oliif deeggarsa taasise. Baankichi Birrii miiliyoona 50'n harka…
Oduu biyya keessaa Tuutni Gadaa Michillee walannaasaa Halchiisaaf Gooba kenne Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Tuutni Gadaa Michillee walannaasaa Halchiisaaf Gooba kenneera. Sirni Gadaa Oromoo aangoo karaa nagayaatiin walii dabarsuu qofa osoo hin ta'in aangoo wal…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun Maaddii qoodan Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun Jiraattoota magaalichaa kuma 300 oliif maaddii qoodaniiru.…
Teeknooloojii Naannichatti lammiileen kuma 700 ol waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa fudhatan Tsehay Guluma Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) –Naannoo Somaaleetti lammiileen kumni 700 ol Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa fudhataniiru jedhan Pireezidaantii itti aanaan naannichaa obbo Ibraahiim Usmaan.…
Oduu biyya keessaa Filannoon ijaarsa biyyaa fi nageenya bu’uureessuuf waltajjii ijoodha – Ministeera Nageenyaa Tsehay Guluma Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa Mahaammad Idriis Filannoon ijaarsa biyyaa fi nageenya bu’uureessuuf waltajjii ijoo ta’uu isaan Paartileen Siyaasaa qophaa’uu…
Ispoortii Taphni Har’a Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegama. Tsehay Guluma Jan 4, 2026 0 Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 20ffaan taphni har'a maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taasisu ni eegama. Har'a waaree booda sa’aatii 9:30…
Biiznasii Maallaqni Kuufamaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Tiiriliyoona 2 qaqqabe Tsehay Guluma Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Maallaqni kuufamaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii Tiiriliyoona 2 qaqqabe. Baankichi baatiiwwan jahan darbanitti Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon waliin mari’atan Tsehay Guluma Jan 1, 2026 0 Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon waliin bilbilaan mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad fuula…