Oduu biyya keessaa Kolombiyaan Finfinneetti Embaasii bante Tsehay Guluma Aug 27, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2017 (FMC)- Kolombiyaan Embaasii ishee Itiyoophiyaa magaalaa Finfinneetti bante. Pireezidaantii itti aantuun Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkeez Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee Barnootaa Dhuunfaa 290 keessaa sadii qofti ulaagaa guutan Tsehay Guluma Aug 25, 2025 0 Finfinnee Hagayya 19, 2017 (FMC)- Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Dhuunfaa irra deebii galmaa’an keessaa sadii qofatu ulaagaa guute jedhe Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii. Abbaa…
Oduu biyya keessaa Pirojeektonni aadaa rooba eeggachuurraa ceesisan ijaaramaa jiru – Dooktar Abrahaam Balaay Tsehay Guluma Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) - Ijaarsi pirojeektii Jallisii sirna qonnaa Itiyoophiyaa aadaa eeggattummaa roobaa irraa ceesisu geggeeffamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Jallisii fi…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantii Itti Aantuu Kolombiyaa Finfinnee galan Tsehay Guluma Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Itti Aantuun Kolombiyaa Firaansiyaa Elinaa Maarkuweez daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Firaansiyaa Elinaa Maarkuweez wayita…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa injifannoo barootatti darban galmeessaa jira- Obbo Ordiin Badrii Tsehay Guluma Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC)- Paartiin badhaadhinaa hojiilee hundagaleessa hojjetaa jiruun injifannoo barootatti darban galmeessaa jira jedhan Pireezidaantiin Naannoo Harar obbo Ordiin…
Oduu biyya keessaa Gargaaramtummaarraa bahuuf hojiileen inisheetiivii qonnaan eegalaman bu’aa argamsiisaa jiru- Obbo… Tsehay Guluma Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC)- Gargaaramtummaarraa bahuuf hojiileen inisheetiivii qonnaan eegalaman bu’aalee argamsiisaa jiru jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan.…
Oduu biyya keessaa Dameelee garaagaraan hojiileen egeree Afrikaa murteessuu danda’an raawwachuun barbaachiisaadha-… Tsehay Guluma Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) – Addunyaa jijjiiramaa jirtu keessatti hojiilee egeree Afrikaa murteessuu danda’an tumsan raawwachuun barbaachiisaadha jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Ayyaanota sababeeffachuun daballiin gatii akka hin mudanneef xiyyeeffannoon kenname Tsehay Guluma Aug 25, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2017 (FMC) -Ayyaanota sababeeffachuun qaala’iinsi gatii akka hin mudanneef dhiyeessii fi hordoffiin cimaan taasifamaa jira jedhan Itti aanaan Kantiibaa fi Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Ashandaa, Ashandiyyee, Shaadayi fi Soolal ayyaanota tokkummaan baatii gannaa Shamarraniin… Tsehay Guluma Aug 23, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen baga Ayyaanoota Ashandaa, Ashandiyyee, Shaadayi fi Soolal geessan jedhan. Ashandaa, Ashandiyyee,…
Oduu biyya keessaa Kolleejjiin Poolii Teeknikaa Qananiisaa Baqqalaa Barattoota Ogummaa garaagaraan leenjise eebbisise Tsehay Guluma Aug 23, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Kolleejiin Poolii Teeknikaa Qananiisaa Baqqalaa barattoota dameelee ogummaa garaagaraan leenjisaa ture kuma 1 fi 114 marsaa 27ffaaf eebbisiseera.…