Liiziin Siinqee Humna Faayinaansii Ce’umsa Indaastirii Oromiyaati- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Liiziin Siinqee Humna Faayinaansii Ce’umsa Indaastirii Oromiyaati jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.;…