Author
Yonatan Birhanu 881 posts
Itiyophiyaanonni seenessa qoodinsaa qolachuun nageenyaa fi misooma waaraaf waardiyyaa dhaabbachuu…
Finfinnee, Sadaasaa 28, 2018 (FMC) - Itiyophiyaanonni seenessa qoodinsaa qolachuun nageenyaa fi misooma waaraaf waardiyyaa dhaabbachuu qabu jedhan Emereetota Arabaa Gamtoomanitti…
Tajaajila waraqaarraa bilisaa dhamaatii qaamolee haqaa fi abbootii dhimmaa hir’ise
Finfinnee, Sadaasa 28, 2018(FMC) - Manni Murtii Olaanaa Godina Arsii tajaajila waraqaarraa bilisaa hojiirra oolchuun kenna tajaajila si'ataafi qaqabamaa taasisuuf hojjechaan jira jedhe.…
Dhiibbaa daldalli seeraan alaa galii biyyaa irratti fidu ittisuuf qindoominaan hojjetamaa jira…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2018 (FMC) - Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa sababa daldala seeraan alaan dhibbaa galii mootummaa irratti dhufu ittisuuf qindoominaan hojjechaan jira jedhe.…
Tapha Maanchistar Yuunaaytid sadarkaa isaa fooyyeffachuuf taphatu
Finfinnee, Sadaasa 25, 2018 (FMC) - Tapha xumuraa Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 14'n har’a galgala Maanchistar Yuunaaytid Weestihaam Yuunaaytid walin taphata.
Tapha…
Maddoota galii adda baasuun guddina dinagdee eegalame tumsuuf hojjetamaa jira – Waajjiricha
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018(FMC) - Kutaa maaalaa kooyyee Facceetti maddoota galii hunda duguuganii ittifayyadamuun imala guddina dinagdee tumsuuf hojjetamaa jira jedhe Waajjirri Galii kutaa…
Albuudnii fi indaastiriin ka’umsa, dinagdeen dijiitaalaa ammoo kan walsimsiisuu dha – Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) - Dameeleen albuudaa fi indaastirii bakka ka’umsa keenyaa, dinagdeen, dijiitaalaa ammoo kan walsimsiisuu dha jedhan Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dooktar…
Itiyoophiyaan giddugala daldalaa fi loojistiksii Afrikaa akka taatuuf hojiin mootummaan hojjetame…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan giddugala daldalaa fi loojistiksii Afrikaa akka taatuuf hojiin mootummaan hojjetame bu’aa fidaa jira jedhan Ambaasaaddar Dooktar Jamaal…
Hariiroon loltummaa Itiyoophiyaan Ameerikaa waliin qabdu cimee itti fufa- Fiildi Maarshaal Biraanuu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC) – Itaamaajoor Shuumiin Humna Waraanaa Itiyoophiyaa Fiildi Maarshaal Biraanuu Julaa hariiroon loltummaa Itiyoophiyaan Ameerikaa waliin qabdu cimee itti fufa…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Noorweey waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) –Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Noorweey Joonaas Gaahir Istar waliin mari'ataniiru.
Tumsa hojii eegumsa qabeenya qilleensaa,…