Miidiyaaleen guddina biyyaa mirkaneessuu fi mul’ata biyyaa dhugoomsuuf haqaan hojjechuu qabu –…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Miidiyaaleen faayidaa biyyaalessaa giddugaleessa godhachuun galma guddinaa Itiyoophiyaan qabatte dhugoomsuuf ga’ee isaanii ba’uu qabu jedhan Ministirri…