Oduu biyya keessaa Akeeka Fooyya’iinsa Qabxii Barattootaa… Yonatan Birhanu Sep 2, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2018 (FMC) - Akka yaada hayyoonni damee barnootaa kennaniitti, qormanni agarsiistuuwwan qulqullina barnootaa keessaa tokko. Haalawwan biroon qabxii qormaataa irratti…
Oduu biyya keessaa Ijiptii keessatti itti fayyadamni fi bulchiinsi bishaanii qisaasaaf kan saaxilamee dha Yonatan Birhanu Sep 1, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2018 (FMC) – Ijiptii keessatti itti fayyadamiinsiifi bulchiinsi bishaanii badiisa guddaaf saaxilamaa jira jechuun miseensi garee marii sadeenii Hidha Haaromsaa…
Oduu biyya keessaa Imalli waloo Dhaabbileeamantaa nageenya, tokkummaa hawaasummaa fi misooma biyyaalessaa keessatti… Yonatan Birhanu Sep 1, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2018 (FMC) – Dhaabbileen amantaa Itiyoophiyaa waggoota 15 darban keessatti tumsa isaanii cimsuun, nageenyaa fi tokkummaa hawaasummaa guddisuun, guddinaa fi misooma…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa ga’ee isaa biyyaalessaa fi hawaasummaa ba’achaa jira… Yonatan Birhanu Sep 1, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2018 (FMC) - Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa itti-gaafatamummaa isaa biyyaalessaa fi hawaasummaa bahachaa jiraachuu Barreessaa Olaanaan Yaa’ichaa, Liqa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa kabaja hundeeffama isaa waggaa 15ffaa fi Yaa’ii… Yonatan Birhanu Sep 1, 2026 0 Finfinnee,Hagayya 26, 2018 – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa kabaja hundeeffama isaa waggaa 15ffaa fi Yaa’ii Waliigalaa idilee 18ffaa har’a gaggeessuu jalqabeera.…
Oduu biyya keessaa Balbala yoomiyyuu Nagaaf Hin Cufamne Yonatan Birhanu Aug 31, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2018(FMC) - Jireenya guyyaa guyyaa ilma namaa keessatti wanti waan hundumaa caalaa dursa argatuu fi bu’uura guddinaa kamiyyuu nagaa dha. Nageenyi nama dhuunfaaf,…
Dhugoomsa Ragaa Harka dhaloota qajeelchaa jiru: Ashaaraa Waajjira Giifti-duree Yonatan Birhanu Aug 31, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) – Barnoonni dhaloota boruu bocuu fi haqaa hawaasummaa mirkaneessuuf meeshaa ijoo dha. Dhugaa kana hubachuun, Waajjirri Giifti-duree, kan Giifti-dureen…
Ispoortii Baarseloonaan Gaabri’eel Jiisas Arsenaal irraa mallatteessisuuf waliigaltee irra ga’e Yonatan Birhanu Aug 30, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) — Kilabni Ispeen Baarseloonaan taphataa sarara fuulduraa Biraazil Gaabri’eel Jiisas, Arsenaal irraa mallatteessisuuf waliigaltee irra ga’eera.…
Oduu biyya keessaa Mootiin Noorweey Haaraald 5ffaan du’aan boqochuu ilaalchisuun Ministirri Muummee Dooktar Abiy… Yonatan Birhanu Aug 30, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) — Mootiin Noorweey Haaraald 5ffaan du'aan boqochuu ilaalchisuun Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsan iru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti qonna gannaa irraa callaa kuntaala miliyoona 22 ol’tu eegama –… Yonatan Birhanu Aug 30, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2018(FMC)- Godina Arsii Lixaatti qonna gannaa bara kanaan callaa kuntaala miliyoona 22 ol argachuuf hojjetamaa jira jedhe Waajjirri Qonnaa godinichaa. Qonna…