BRICS jijjiirama dinagdee Afrikaaf carraa haaraa fideera — Ambaasaaddar Nabiyyuu Tadlaa
Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) — BRICS Afrikaaf damee faayinaansii, teeknooloojii fi jijjiirama dinagdee keessatti carraa haaraa fideera, jedhan Indiyaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa,…