Oduu biyya keessaa Galmoonni qabaman milkaa’aa jiru-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Galmoonni wabii nyaata mirkaneessuu, sharafa alaa argamsiisuu, oomisha alaa galu bakka buusuu fi carraa hojii uumuurratti qabame milkaa'aa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Riil Isteetiin Afrikaa lammii Godina Goofaatti sigiga lafaan miidhamniif deeggarsaa Birri Miiliyoona… Debela Tadesse Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Riil Isteetiin Afrikaa lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan mudateen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasiseera. Balaa mudate…
Oduu biyya keessaa Ministeerichii fi Faawundeeshinii Misoomaa Baadiyyaa Chaayinaa walta’iinsaan hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Ministeerri Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaa, Faawundeeshinii Misooma Baadiyyaa Chaayinaa waliin dameewwan garaagaraarratti walta’iinsaan hojjechuuf…
Oduu biyya keessaa Aanaa Calliyaatti Pirojektonni Birrii miiliyoona 137’n ijaaramaa turan eebbifaman Debela Tadesse Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Calliyaatti pirojektoonni fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan Birrii miiliyoona 137 oliin ijaaramaa turan eebbifamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Warshaan Sibiilaa ammayya’aan Naqamteetti ijaaramuufi Debela Tadesse Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti Warshaan Sibiilaa ammayya’aan Naqamteetti ijaaramuuf akka ta’e Gareen Itiyoo-Injiinariingi beeksise. Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Garee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bulchiinsa magaalaa Dirre Dhawaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa magaalaa Dirre Dhawaa Yaa’ii idilee 8ffaa, bara hojii 3ffaa, waggaa 3ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichi guyyoota lamaaf kan…
Biiznasii Bara 2016 Omishaalee Alergeerraa galiin Doolaara miiliyoona 765 argame-BIIO Debela Tadesse Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Bara 2016 Oomishaalee gabaa alaaf dhiyaatanirraa Galiin Doolara Ameerikaa miiliyoona 765 olii argamuu Biiroon Invastimantii fi Industirii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6 olii taasise Debela Tadesse Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Ministeerri Nageenyaa Godina Goofaatti lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu fi maallaqa Birrii miiliyooan 6 olii taasiseera. Jilli…
Oduu biyya keessaa Rakkoo Dhangaggaa’ummaa biyyee furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – BQO Sifen Megersa Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC) – Rakkoo Dhangaggaa'ummaa biyyee furuun oomishaa fi oomishtummaa dabaluuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 83 Jibuutiirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)-Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa Dhaabbata Godaantotaa Idil Addunyaa walta’uun lammiilee Itiyoophiyaa 83 gara biyyaatti akka deebi’an taasisuun ibsame.…