Rakkoolee jiran furuun carraa hojii fooyya’aa uumuuf hojjetaa jirra – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) –Harka hojjetu hojiin walitti fidaa,sammuu kalaqu gara gochatti galchaa, rakkoolee jiran furuun carraa hojii fooyya'aa uumuuf hojjetaa jirra jedhan Kantiibaan…