Oduu biyya keessaa Miseensonni Caffee Magaalaa Adaamaatti biqiltuu dhaaban Debela Tadesse Jul 20, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)-Miseensonni Caffee Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuu dhaabaniiru. Saganticharratti Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Bakka Buutuu UNIDO yeroo isaanii xumuran waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen yeroo isaanii kan xumuraan Bakka Buutuu fi Daayrektara Naannawaa Dhaabbata Misooma…
Oduu biyya keessaa Ayerlaandi Itiyoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 15 taasiste Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Ayerlaandi Itiyoophiyaaf sagantaalee misoomaa fi namoomaaf kan oolu deeggarsa Yuuroo miiliyoona 15 taasiste. Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Raayyaa ammayyaa’aa fi ga’umsa ogummaa qabu ijaaruu hubanneerra-Jila Morookoo Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan raayyaa ammayyaa’aa fi ga’umsa ogummaa qabu ijaaruu hubanneerra jedhan Itaamaajoor Shuumii Ittaanaa Raayyaa Ittisaa Morookoo Meejer…
Oduu biyya keessaa Qormaanni Biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkaa’inaan xumuramuu Humni Waloo beeksise Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Adoolessa 13, 2016 eegalee sadarkaa biyyaalessatti kennamaa ture rakkoo tokko malee milkaa’inaan xumuramuu Humni…
Biiznasii Baankichi Sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3.2 walitti qabuu ibse Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016 keessa Sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3.2 walitti qabuu beeksise. Daldala Alaarraa Doolaara…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kutaa 12ffaa %97.5 qormaata biyyaalessaa fudhataniiru-Ministeericha Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Barattoota kutaa 12ffaa qormaataa fudhachuuf galmaa’an keessaa %97.5 qormaata biyyaalessaa fudhachuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Balfa Toonii kuma 90 fi 175 ol deebisanii misoomsuun galiin Birriin biiliyoonni 1.4 argame Sifen Megersa Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Bara baajataa darbe keessa Balfa Toonii kuma 90 fi 175 ol deebisanii misoomsuun galiin Birriin biiliyoonni 1.4 argamuu Ejansiin Bulchiinsa Qulqullinaa…
Oduu biyya keessaa Koorporeeshinichi pirojektoota garaagaraa 102 xumuruun hawaasa fayyadamaa taasisuu ibse Debela Tadesse Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Ijaarsaa Oromiyaa pirojektoota garaagaraa 102 xumuruun hawaasa fayyadamaa taasisuu ibse. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Buusaa Gonofaan Oromiyaa bara baajatichaatti qabeenya Birrii biiliyoona 10 ol walitti qabuu ibse Tsehay Guluma Jul 19, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Buusaa Gonofaan Oromiyaa bara baajatichaatti qabeenya Birrii biiliyoona 10.3 walitti qabuu beeksise. Hogganaan Buusaa Gonofaa Oromiyaa Obbo Mogas…