Oduu biyya keessaa Lammiileen kuma 1 fi 181 gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Balallii marsaa 3n lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1fi 181 gara biyyaa deebi’aniiru. Guyyaa har’a Lammiileen gara…
Teeknooloojii Itiyoo Teelee Koom sadarkaa biyyaatti tajaajila galmee Waraqaa Dijiitaala biyyaalessaa eegalchiise Sifen Megersa Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Itiyoo Teelee Koom sadarkaa biyyaatti tajaajila galmee Waraqaa Dijiitaala biyyaalessaa eegalchiisuu beeksiise. Ji’aan giddugaleessan lammiilee miiliyoona…
Teeknooloojii Waldichii fi Laaminoo Injinariingii bittaa meeshaalee galmee Waraqaa eenyummaa dijitaalaa… Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Waldaan Baankota Itiyoophiyaa fi Laaminoo Injinariingii bittaa meeshaalee galmee Waraqaa eenyummaa diijitaala biyyoolessaa raawwachuuf waliigaltee…
Biiznasii Finfinneetti Agarsiisniif Baazaariin “Itiyoophiyaan haa oomishtu, nutis haa bitannu”… Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Agarsiisni fi Baazaariin mata duree "Itiyoophiyaan haa oomshtu nutis haa bitannu" jedhu banameera. Agarsiisichi…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni Raawwii Hojii Kurmaana 3ffaa Kilaasteera Bulchiinsafi Horataalee gaggeffame Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) –Gamaaggamni Raawwii Hojii Kurmaana 3ffaa Kilaasteera Bulchiinsa fi Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa gaggeefameera. Gamaaggamichi bakka Itti…
Oduu biyya keessaa Muuxannoon Piroojektoota misooma manneenirratti argame babal’achuu qaba jedhame Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Muuxannoon Piroojektoota misooma manneenii qulqullinaa fi saffisaa xumuruurratti mul’ate argame babal’achuu qaba jedhameera. Gareen Suuppar…
Oduu biyya keessaa Naannichatti Lafa heektara miiliyoona 3 irratti marga nyaata beelladaa oomishuuf hojjetamaa jira… Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Rakkoo nyaata beelladaa waayita hongeen mudate uumamu furuuf Lafa heektara miiliyoona 3 irratti marga nyaata beelladaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Ugaandaa Paarkii Indaastirii Boolee lammii daawwatan Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee Ugaandaa Roobinaah Nabanjaan Finfinneetti Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwataniiru. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Uncategorized Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa Haala nageenyaa fi tasgabbii yeroorratti mari’achuun ibsa kenne Sifen Megersa Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa adeemsa marii biyyaalessaa, ce’umsa haqaa, Haala nageenyaa fi hojiilee olaantummaa seeraa mirkaneessuu hojjetamaa jiru…
Idil Addunyaa Giriik Dhukkee Obomboleetti Saahaaraan uwwifamte Tsehay Guluma Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Giriik Dhukkee Obomboleetti Saahaaraarraa ka’een uwwifamuu dhagahame. Obombolleetti dhukkee olaanaa Gammoojjii Saahaaraarraa ka’een magaaloonni…