Ispoortii Ispeen shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa 17ffaa taate Sifen Megersa Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC) – Tapha xumuraa Waancaa Awurooppaa halkan kana taphatameen Ispeen, Ingilaand injifachuun yeroo 4ffaaf Shaampiyoonaa taate. Ispeen galchii 2 fi 1n…
Fayyaa Deeggarsa Fandii giloobaalii irraa argameen hojiin ittisaa fi to’annoo dhibeewwanii milkaa’inaan… Debela Tadesse Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Deeggarsaa Fandii Giloobaalii irraa argame Dooolaara Miiliyoona 453’n hojiin ittisaa fi to’annoo dhibeewwan HIV, Busaa fi Tiibii akkasumas sirna fayyaa…
Oduu biyya keessaa Pirojektoonni Maaddii miidhagina ajaa’ibsiisa Itiyoophiyaa ifa baasaniiru-Amb. Naasisee Caalii Debela Tadesse Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Pirojektoonni Maaddii, miidhagina ajaa’ibsiisa Itiyoophiyaa ifa kan baasanii fi guddummaa mul’ataa kan argisiisan ta’uu Ministirri Tuuriizimii Ambaasaddar…
Ispoortii Hundeeffama Machaal Waggaa 80ffaa sababeffachuun taphoonni michummaa gaggeeffaman Debela Tadesse Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Hundeeffama Garee Kubbaa Miilaa Machaal Waggaa 80ffaa ilaalchisuun taphoonni michummaa garaagaraa gaggeeffamaniiru. Haaluma kanaan tapha Garee…
Oduu biyya keessaa Ikkoo Riizoortiin Gorgoraa aadaa fi qabeenyaa umamaa biyyaa eegee kan ijaarame naannawaa hawwataa… Debela Tadesse Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Ikkoo Riizoortiin Gorgoraa aadaa fi qabeenyaa umamaa biyyaa eegee kan ijaaraame qabeenyaa tuuriizimii olaanaa fi naannawaa hawwataa ta’uu Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 1 fi 48 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessaa turan kumni 1 fi 48 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoota kanneen keessaa 931…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad haleellaa Doonaaldi Tiraampi irratti aggaamametti gadduu ibsan Debela Tadesse Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad haleellaa Pireezidaantii duraanii Doonaaldi Tiraampi irratti aggaamametti hedduu gadduu ibsan. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Shawaa Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatan Debela Tadesse Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaalee Ada'aa, Lumee fi Boosatitti hojiilee misoomaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggaritti biqiltuu miiliyoona 14 dhaabuuf karoorfamuun ibsame Debela Tadesse Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaan Magaalaa Shaggaritti biqiltuuwwan gosa garaagaraa miiliyoona 14 dhaabuuf karoorfamuun ibsame. Duulli Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Naannichatti dargagoonni leenjii haaromsaa fudhatan eebbifaman Debela Tadesse Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti dargagoonni waamicha nageenyaa taasifameen leenjii haaromsaa fudhatan eebbifamaniiru. Sirnaa eebbichaarratti…