Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Uumamaa kennamu eegale
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Uumamaaf kennamu eegaleera.
Qormaatichi Oonlaayinii fi Waraqaan kennamu eegaluun ibsameera.…