Ispoortii Raafaayeel Vaaraan kubbaa dhaabuu beeksiise Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Taphataan sarara Ittisaa Riyaal Maadridii fi Maanchister Yuunaayitiid duraanii Raafaayeel Vaaraan tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiise. Vaaraan ganna…
Idil Addunyaa Qabeenyi waraanaan manca’aa jiru dhaabbachuun dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf… Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Addunyaan qabeenya waraanaan mancaasaa jirtu dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaaf oolchuu akka qabdu Pireezidaantiin Biraaziil Luulaa Daa Siilvaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanoota Kibbaa fi Bahaa Libaanoos jiraataniif waamichi dhiyaate Tsehay Guluma Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC)-Rakkoo nageenyaa kibbaa fi Bahaa Libaanoositti cimaa dhufee hordofee Waajjirri Qoonsilaa Itiyoophiyaa biyyaattitti argamuu lammiilee Itiyoophiyaaf waamicha…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaan Lubbuun namoota 7 darbe Tsehay Guluma Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) -Naannoo Gaambeellaa Aanaa Jikaawotti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbuun ibsame. Balichi kaleessa galgala naannawaa sa’aatii 1tti…
Oduu biyya keessaa Piroojektii Wancii – Dandii Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Xiyyeeffannoon mootummaan damee Turizimiif kennuun hojjetamaa jiru keessaa Piroojektiin Wancii - Dandii isa tokko. Piroojektiin Wancii - Dandii Kiiloo meetira 135…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Damaraa sababeeffachuun Addabaabayiin Masqalaa qulqulleeffame Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Damaraa sababeeffachuun Addabaabayii Masqalaa qulqulleesse. Dureewwan amantaalee garaagaraa fi hordoftoonni…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Ministeera Alaa Ameerikaatti Gargaartuu Ministiraa Dhimmoota Afrikaa waliin… Sifen Megersa Sep 25, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministeera Alaa Ameerikaatti Gargaartuu Ministiraa Dhimmoota Afrikaa Moolii Fii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Ergoggeen Garee jilaa Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimmaa Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoggee Tasfaayeen miseensota garee Jilaa Chaayinaa waliin mari’ataniiru. Mariin…
Oduu biyya keessaa Hoggansi yeroo kamuu caalaa miira tajaajiltummaan bu’aa qabeessummaaf hojjechuu qaba-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Utubaalee ce’umsaa Biyyaa hirmaannaa fi qindoomina olaanaan milkeessuun Itiyoophiyaa badhaatee uumuuf hoggansi yeroo kamuu caalaa miira taajaajiltummaan…
Oduu biyya keessaa Haleellaawwan Israa’eeliif gareen hidhattootaa deebii kennaa jiraachuun gabaafame Debela Tadesse Sep 24, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2017 (FBC)- Israa’eel bakkeewwan qiyyaafannaa Hiizoolaa irratti haleellaa bal’aa yoo geessistu gareen hidhattootaas bulchiinsa Israa’eel keessatti haleellaa rookeetii…