Oromiyaatti tola ooltummaa Gannaan Manneen Barnootaa Bu’uura Boruu kuma 5 ni ijaaramu-BBO
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hojii tola ooltummaa Gannaa baranaan Manneen Barnootaa Bu’uura Boruu kuma 5 kan ijaaraman ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.…