Addeessi yoo mul’atte Ayyaanni Iid Alfaxiir Kibxata kabajama-MMWDhII
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Ayyaanni Iid Alfaxiir baranaa, yoo Addeessi Wiixata galgala mul’atte Kibxata Ebla 1, 2016, yoo hinmul’anne Roobii Ebla 2, 2016 akka kabajamee oolu Manni…