Fiigichi Guddicha “Gumaata Xiiqii” Magaalaa Cirootti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2016 (FBC)-Fiigichi Guddicha guyyaa ijaarsi Hidha Haaromsaa eegalamee waggaa 13ffaa sababeeffachuun dhaadannoo "Gumaata Xiiqii" jedhuun Bulchiinsa Magaalaa Cirootti…