Oduu biyya keessaa Gambeellaatti eeyyamni invastimantii 54 haqame Debela Tadesse Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Naannoo Gaambeellaatti eeyyamni invastimantii abbootii qabeenyaa lafa fudhatanii hinmisoomsine 54 haqamuu Boordiin Invastimantii Naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Guyyoota kurnan itti aanaan naannawaa Rooba Waqtii Gannaa argatanitti hammi Roobaa cimee itti fufa… Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanaan naannawaa Rooba Waqtii Gannaa argatanitti hammi Roobaa cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Idil Addunyaa Hinditti sababa dhugaatii summaa’aan lubbuun namoota hedduu darbuu ibsame Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Hindi Bulchiinsa kutaa Kibbaatti sababa dhugaatii Alkoolii summaa’aan lubbuun namoota 34 darbuu gabaafame. Namoota lubbuun darban…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waltajjii BRICS Raashiyaatti gaggeeffamerratti hirmaachuun bu’aalee dippilomaasii… Debela Tadesse Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan waltajjii BRICS Raashiyaatti gaggeeffamerratti hirmaachuun bu’aalee dippilomaasii kan argamsiise ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin sosochii Abbootii qabeenyaa 70 ol hirmaachise gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waltajjiin sosochii Abbootii qabeenyaa biyya keessaa 70 ol hirmaachise mata duree ‘lafa keenya abbootii qabeenyaa keenyaaf’ jedhuun gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Qormaanni Ga’umsa Ogummaa barsiistota kuma 33 oliif kennamuu eegale Debela Tadesse Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Qormaanni Ga’umsa Ogummaa Barsiisummaa, barsiistota kuma 33 oliif kennamuu eegale. Qormaatichi buufata qormaataa 192’tti kennamaa…
Oduu biyya keessaa Korri qorannoofi qo’annoo marsaa 15ffaan gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) –Inistityuutiin qorannoo fi qo’annoo Oromoo giddugalaa Aadaa Oromootti kora gaggeessaa jira. Korichi mata duree ‘safuu keenya ganamaatti…
Oduu biyya keessaa Labsiin waliigaltee liqii pirojektoota bishaan dhugaatii xumuruuf dandeessisu ragga’e Debela Tadesse Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 33ffaa gaggeesseen labsii waliigaltee liqii pirojektoota bishaan dhugaatii xumuruuf dandeessisan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dastaa Leeddaamoon tajaajila Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisan Sifen Megersa Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon tajaajila Tola Ooltummaa waqtii Gannaa eegalchiisaniiru. Godina Kaaba Sidaamaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Kontinjantiin leenjii Huursoo loltoota bu’uuraa eebbisaa jira Debela Tadesse Jun 20, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Giddugala Nagaa Kabachiisaa Raayyaa Ittisaa Biyyaatti Manni Barumsaa Leenjii Kontinjantii Huursoo loltoota bu’uuraa marsaa 8ffaan leenjisaa ture…