Xaa’oon kuntaalli miiliyoona 14.6 geejjibsiifamuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2016 (FBC)-Bara oomishaa 2016/17’f xaa’oon biyyee kuntaala miiliyoona 19.9 alarraa bitame keessaa xaa’oon kuntaalli miiliyoona 14.6 geejjibsiifamuun buufata doonii…