Guyyaan dubartootaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Guyyaan dubartootaa mata duree ‘Dubartoota ga’oomsuun nageenyaa fi misooma haa mirkaneessinu’ jedhuun Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti…