Qaamoleen haqaa itti gaafatamummaa isaanii karaa walaba ta’een akka bahan gaafatame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Qaamoleen haqaa giddu seentummaarraa karaa bilisaa fi walaba ta’een itti gaafatamummaa isaanii akka bahan Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…