Obbo Indashaaw Xaasaw Paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Obbo Indashaaw Xaasaw Paartilee siyaasaa naannicha keessa socho’an waliin mari’ataniiru.…