Maallaqa Baankii Daldala Itiyoophiyaa seeraan ala bahe keessaa % 98.9 deebi’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Maallaqa Baankii Daldala Itiyoophiyaa Bitootessa 7, 2016 rakkoo siistamaa mudate hordofee seeraan ala bahe keessaa % 98.9 deebi'uu baankichi ibseera.…