Obbo Tamasgeen Xirunaan raawwii karoora sirna nyaataa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan raawwii karoora sirna nyaataa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mari’ataniiru.…