Ispoortii Toonii Kiruus tapha Kubbaa Miilaa dhaabuuf ta’uu beeksiise Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu Kilaba Riyaal Maadridii fi Garee Biyyaalessa Jarman Toonii Kiruus waancaa Awurooppaa 2024 booda tapha Kubbaa Miilaa…
Idil Addunyaa Xiyyaara Landanii- Singaapor balali’aa ture raafamni guddaan mudatee lubbuun namaa darbe Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Balallii Landanii gara Singaapooritti taasifamaa ture raafamni qilleensaa guddaan mudachuun namni 1 yoo du’u, namootni 30 tahan madaa’uu…
Oduu biyya keessaa Dhimmoota tarsiimawaa Mootummaa fi Paartileen morkattootaa irratti mari’achuu qaban murteessuuf… Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Dhimmoota tarsiimawaa Mootummaa fi Paartileen morkattootaa itti fufiinsaan irratti mari’achuu qaban murteessuuf mariin gaggeeffamaa jira.…
Uncategorized Bal’inni lafa midhaaniin uwwifamuu adeemsa keessa dabalaa jira – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Waggoota muraasa darbanitti tattaaffii Oomisha qamadii Jallisii bonaan misoomsuu babal'isuu dandeenyeerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Komishinar Jeneraal Dammallaash Hoggantootaa fi Miseensota Komaandoo addaa farra Shororkeessummaa… Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel Hoggantootaa fi Miseensota Komaandoo addaa farra Shororkeessummaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Sokorruutti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Godina Jimma Aanaa Sokorruu Ganda Abbaaltiitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbuun ibsame. Konkolaataan deddeebisa ummataa har’a…
Oduu biyya keessaa Mormiin Jalqabaa Obbo Taayyeen himannaa irratti dhiyaateef dhiyeessan kufaa ta’e Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Mormiin sadarkaa Jalqabaa Ministir Deetaan duraanii Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aan himannaa irratti dhiyaateef dhiyeessan kufaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti waldaalee qulqullina magaalaarratti gurmaa’aan 40f deeggarsi meeshaalee… Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Waldaalee qulqullina magaalaarratti gurmaa'aan 40f deeggarsi meeshaalee qulqullinaa taasifameera. Waldaalee balfa gogaa…
Oduu biyya keessaa Dameen Turizimiin toorawwaan xiyyeeffannoo adda baasuun hojjetamaa jiraachuu ibsame Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Damee Turizimiin toorawwaan xiyyeffannoo adda baasuun hojjetamaa jiraachuu Ministireerri Turizimii beeksise. Dameen Turizimii badhaadhina biyyaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hariiroo Afrikaa –Chaayinaa keessatti gahee olaanaa bahachaa jiraachun ibsame Tsehay Guluma May 21, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Konfiraansiin tumsa Afrikaa -Chaayinaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…