Itiyoophiyaan waggoottaan shanan itti aanan biyyoota addunyaa guddina diinagdee saffisaa galmeessuu…
Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan bara Faranjootaa 2024 – 2029tti biyyoota addunyaa guddina diinagdee saffisaa galmeessuu danda’an keessa tokko ta’uu Dhaabbanni Fandii Maallaqa…