Manni marichaa waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliilandi gidduutti taasifame akka deeggaru ibse
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Oromiyaa waliigaltee karra galaanaa argachuu Itiyoophiyaa fi Somaliilaandi gidduutti taasifame akka deeggaru beeksise.…