Waancaa Awurooppaan har’a taphni Jarman Siwiizarlaand waliin taasiiftu ni eegama
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Waancaa Awurooppaa 17ffaan taphoonni marsaa xumuraa ramaddiiwwanii har'aa eegaluun kan taphataman yoo ta'uu,taphni Jarman Siwiizarlaand waliin taasiiftu…