Manneen Hojii Ministeerotaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 28, 2016 (FBC)-Manneen hojii ministeerotaa garaagaraa fi dhaabbileen waamamtootaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.
Ministeerri Dhimmaa…