Fayyaa Mooriingaa fi faayidaa fayyaa Sifen Megersa Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016(FBC) - Faayidaa fayyaa mooriingaa/shifarraan qabu. Yeroo baay’ee waan naannoo keenyatti argamu akka dawaatti hin ilaallu malee, dhibeewwan osoo nu hin qabin…
Oduu biyya keessaa Paartichi Mul’ata Itiyoophiyaa Fakkeenya Badhaadhina Afrikaa taasiisuuf qabateen Injifannoo… Tsehay Guluma Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa mul'ata Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhina Afrikaa taasiisuuf qabateen injifannoo irraa injifannootti ce'aa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa Naannawaa Arba Miincitti mudateen lubbuun namoota 3 darbe Tsehay Guluma Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)-Godina Gamoo Naannawaa Arbaa Miincitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbu Poolisiin Godinicha ibse. Balichaan konkolachisaa…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Paartii qabsoo hadhaawaa ummatichaan dhaloota haaraa caba kaleessaa… Sifen Megersa Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Injifannoon waggoota darban galmeessine cabiinsi diinagdeefi siyaasaa fayyuu akka danda'u mul'iseera jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Shimallis…
Fayyaa Baatiiwwan 8’n darbanitti namoonni miiliyoona 3.2 Busaan qabamaniiru-MF Debela Tadesse Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)- Baatiiwwan saddeettan darbanitti namoota miiliyoona 10 keessaa namoonni miiliyoona 3.2 dhibee Busaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Bakkaa…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira. Konfiransichi mata…
Oduu biyya keessaa Soomaa Ramadaanaa fi Sooma Faasikaa sababeeffachuun sagantaan waloo kadhannaa fi Afxiraa gaggeeffame Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)-Soomaa Ramadaanaa fi Sooma Faasikaa sababeeffachuun sagantaan waloo kadhannaa fi Afxiraa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Humni elektirikii addaan citee ture guutummaatti deebi’uun ibsame Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)-Guutuu Biyyattiitti humni elektirikii addaan citee ture guutummaatti deebi'uu Humni Elektirikii Itiyoophiyaa ibse. Har'a sa'aatii 9:46 irraa eegalee…
Oduu biyya keessaa Garee tokkoon kan gurmaa’an shakkamtoonni 12 to’atamuu Poolisiin ibse Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)-Yakkoota nama ugguruu, saamichaa fi hojii waliin dhahuu garaagaraarratti kan hirmaatanii fi yakkoota 16 kan raawwatan, garee tokkoon shakkamtoonni…
Oduu biyya keessaa Bu’aan madaallii sadarkaa Hoteelotaa ifoome Debela Tadesse Mar 28, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)-Ministeerri Tuuriizimii ulaagaa dirqamsiisaa Dhaabbata Tuuriizimii Addunyaan kaa'ame kan guutan bu'aa ramaddii Sadarkaa Urjii Hoteelota 31 ifoomseera.…